ፊልጵስዩስ 1:6 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 እን ሆጂ ጋሪ እስን ኬሰት ጀልቀቤ ሱን ሀመ ጉያ ክርስቶስ ዬሱስት አከ ራወቱ ነንአመነ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Waaqayyo inni hojii gaarii isin keessatti jalqabe, hamma guyyaa Kristos Yesus deebi'ee dhufutti, fiixaan akka baasu nan amanadha*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 inni hojii gaarii isin keessatti jalqabe sun hamma guyyaa Kiristoos Yesuusitti akka raawwatu nan amana. See the chapter |