ፊልጵስዩስ 1:29 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ29 እስን አከ ክርስቶስት አመንተን ቆፈ ኡቱ ህንተእን አከ እሳፍ ጄተኒ ዽጰተኒፍስ ኩን እሳፍ ጄቻ እስኒ ኬነሜራቲ፤ See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo29 Kristositti amanuu keessan duwwaa utuu hin ta'in, isaaf dhiphachuu danda'uunis immoo isiniif kennameera*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa29 Isin akka Kiristoositti amantan qofa utuu hin taʼin akka isaaf jettanii dhiphattaniifis kun isaaf jechaa isinii kennameeraatii; See the chapter |