ፊልጵስዩስ 1:19 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ19 አከ ወን ነረ ገኤ ኩን ከራ ከዸትናኬሰኒቲፊ ከራ ገርጋርሰ ሀፉረ ዬሱስ ክርስቶሲን ገረ ፉረማት ናፍ ጌደረሙ ነንቤካቲ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo19 Kun kadhata keessaniin gargaarsa hafuura Yesus Kristosiinis gara hiikamuutti akka na geessu nan beeka*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa19 akka wanni narra gaʼe kun karaa kadhannaa keessaniitii fi karaa gargaarsa Hafuura Yesuus Kiristoosiin gara furamaatti naa geeddaramu nan beekaatii. See the chapter |