ፊልጵስዩስ 1:1 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ጳዉሎሲፊ ጢሞቴዎስ ተጃጅልቶተ ክርስቶስ ዬሱስራ። ገረ ወረ ከራ ክርስቶስ ዬሱሲን ቁልቁሎተ ተአን ከኔን ጳጳሶታፊ ዳቆኖተ ወጅን ፊልጵስዩስ ኬሰ ጅራተን ሁንዳት። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Nuyi Phaawulosii fi Ximotewos hojjetoonni Kristos Yesus, gara warra karaa Kristos Yesus Waaqayyoof qulqullaa'anii mandara Filiphisiiyus jiraatan hundumaa, gara warra ilaaltotaa fi gargaartota waldaa kristiiyaanaatti kana caafuu keenya*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Phaawulosii fi Xiimotewos tajaajiltoota Kiristoos Yesuus irraa, Gara warra karaa Kiristoos Yesuusiin qulqulloota taʼan kanneen Phaaphaasotaa fi daaqonoota wajjin Fiiliphisiyuus keessa jiraatan hundaatti: See the chapter |