Mulʼata 2:7 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ነምን ጉረ ቀቡ ዋን ሀፉር ወልዶተ ክርስታናቲን ጄዹ ሃዸገኡ። ነመ ሞአቱ አከ እን ሙከ ጅሬኛ ከን ጀነተ ዋቃ ኬሰ ጅሩራ ኛቱፍ ምርገ ነንኬናፍ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 ?Namni gurra qabu, isa hafuurri qulqulluun waldoota kristiiyaanaatiin jedhu haa dhaga'u! Isa mo'eef muka ija isaa nyaatanii jiraatan isa jannata Waaqayyoo keessa jiruttii nyaachuu nan kennaaf? kan jedhuu dha*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Namni gurra qabu waan Hafuurri waldoota kiristaanaatiin jedhu haa dhagaʼu. Nama moʼatu akka inni muka jireenyaa kan jannata Waaqaa keessa jiru irraa nyaatuuf mirga nan kennaaf. See the chapter |