Mulʼata 2:5 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ከናፍ አት ማልራ አከ ኩፍቴ ያደዹ! ቀልቢ ጅጂረዹቲ ሆጂኬ ከን ዱራ ሰነ ሆጄዹ። ዮ አት ቀልቢ ጅጂረቹ ባቴሞ አን ስትን ዹፈ፤ ባቱ እብሳኬቲስ እዶሳቲ ነንፉዸ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Ammas maal irraa akka kufte yaadadhu! Yaada garaa kee geddaradhu, hojii isa dura hojjette sanas hojjedhu! Kana yoo gochuu dhabaatte garuu, ani sitti dhufee, baattuu ibsaa keetii iddoo isaatii nan buta. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Kanaaf ati maal irraa akka kufte yaadadhu! Qalbii jijjiirradhuutii hojii kee kan duraa sana hojjedhu. Yoo ati qalbii jijjiirrachuu baatte immoo ani sittin dhufa; baattuu ibsaa keetiis iddoo isaatii nan fuudha. See the chapter |