Luqaas 8:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ዬሮ ቱትን ጉዳን ወልት ቀበሜ ነሞትንስ መጋላ ገረ ገራቲ ገረሳ ዹፈንት ዬሱስ አከነ ጄዼ ፈኬኘ ከነ እሳንት ህሜ፦ See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Namoonni yommus mandara garaa garaatii gara Yesusitti in yaa'u turan. Tuuti gobbuun yeroo walitti qabametti, Yesus fakkeenya kana itti hime; See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Yeroo tuunni guddaan walitti qabamee namoonnis magaalaa gara garaatii gara isaa dhufanitti Yesuus akkana jedhee fakkeenya kana isaanitti hime: See the chapter |