Luqaas 7:45 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ45 አት ነ ህንዹንገትኔ፤ ዱበርቲን ኩን ገሩ ዬሮ አን ኦል ሴኔ ጀልቀብዴ ሚለኮ ዹንገቹ ህንዺፍኔ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo45 Ati yommuu na simatte ana hin dhunganne, isheen garuu, erga asitti na argitee jalqabdee, miilla koo dhungachuu hin dhaabne*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa45 Ati na hin dhunganne; dubartiin kun garuu yeroo ani ol seenee jalqabdee miilla koo dhungachuu hin dhiifne. See the chapter |