Luqaas 5:7 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ከናፉ አከ ምቾትንሳኒ ወር ብድሩ ካን ኬሰ ቱረን ዹፈኒ እሳን ገርጋረኒፍ መለቶን ዋመተን፤ እሳንስ ዹፈኒ ብድሩ ለቹ ቁርጡሚዻን ጉተን፤ ብድሩወን ሱንስ ልቅምፈሙ ጀልቀበን። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Hiriyoonni isaanii bidiruu biraa keessa kan turan dhufanii akka isaan gargaaraniif hawwatan; isaanis dhufaniifii, baay'ina qurxummiitiif liqimfamuu hamma ga'anitti, bidiroota lachuu qurxummiidhaan guutan. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Kanaafuu akka michoonni isaanii warri bidiruu kaan keessa turan dhufanii isaan gargaaraniif mallattoon waammatan; isaanis dhufanii bidiruu lachuu qurxummiidhaan guutan; bidiruuwwan sunis liqimfamuu jalqaban. See the chapter |