Luqaas 5:35 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ35 ገሩ ዬሮን እት ምስርች እሳን ብራ ፉዸተሙ ንዹፈ፤ እሳንስ ዬሮ ሰነ ንሶሙ።” See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo35 Guyyaan dhirsi misirroo isaan duraa itti fudhatamu dhufuuf jira; yommus in soomu? isaaniin jedhe. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa35 Garuu yeroon itti misirrichi isaan biraa fudhatamu ni dhufa; isaanis yeroo sana ni soomu.” See the chapter |