Online Bible

- Advertisements -




Luqaas 5:2 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

2 ብድሩወን ለመ ኤዴደ ብሻንቻረት አርጌ፤ ቁርጡሚ ቀብዶትን ገሩ ኬሳ በአኒ ክዮሳኒ ሚጨቻ ቱረን።

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

2 Bidiruu lama qarqara bishaanichaatti hidhamanii arge; qurxummi-qabduunis keessaa ba'anii kiyyoo isaanii in dhiqu turan.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

2 bidiruuwwan lama ededa bishaanichaa irratti arge; qurxummii qabdoonni garuu keessaa baʼanii kiyyoo isaanii miicachaa turan.

See the chapter Copy




Luqaas 5:2

Follow us:

Advertisements


Advertisements