Luqaas 4:33 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ33 ነምች ሀፉረ ሀማ ጡራኣዻን ቀበሜ ቶኮ መነ ሰገዳ ኬሰ ቱሬ። እንስ ሰገሌ ጉዳዻን እዬ አከነ ጄዼ፤ See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo33 Kunoo namni hafuura hamaadhaan qabame tokko mana sagadaa sana keessa ture; inni sagalee guddaadhaan caraanee, See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa33 Namichi hafuura hamaa xuraaʼaadhaan qabame tokko mana sagadaa keessa ture. Innis sagalee guddaadhaan iyyee akkana jedhe; See the chapter |