Luqaas 4:31 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ31 እንስ ገረ ቅፍርናሆም፣ መጋላ ገሊላ ኬሳት ገድ ቡኤ፤ ጉያ ሰንበታስ ነሞተ በርሲሴ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo31 Ergasii Yesus biyya Galiilaa keessaa, gara mandara Qifirnaahom jedhamu tokkootti gad bu'ee, guyyaa Sanbataatti immoo namoota in barsiisa ture*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa31 Innis gara Qifirnaahom, magaalaa Galiilaa keessaatti gad buʼe; guyyaa Sanbataas namoota barsiise. See the chapter |