Luqaas 24:9 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 እሳንስ ዮሙ እዶ አዋላቲ ዴብአንት ዋን ከነ ሁንደ በረቶተ ኩዸ ቶኮቲፊ ነሞተ ሀፈን ሁንደት ህመን። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Iddoo awwaalichaatii yeroo deebi'an immoo, kana hundumaa ergamoota kudha tokkonuutti, warra kaan hundumaattis odeessan. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Isaanis yommuu iddoo awwaalaatii deebiʼanitti waan kana hunda barattoota kudha tokkottii fi namoota hafan hundatti himan. See the chapter |