Luqaas 24:7 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ‘እልም ነማ ደበርፈሜ ሀርከ ጩበሞታት ንኬነመ፤ ንፈንፈመ፤ ጉያ ሰደፋትሞ ንካፈመ’ ጄዼ ቱሬቲ።” See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 ?Ilmi namaa harka warra cubbamootaatti kennamuuf, fannifamuuf, guyyaa sadaffaattis du'aa ka'uuf jira? jedhe? ittiin jedhan*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 ‘Ilmi Namaa dabarfamee harka cubbamootaatti ni kennama; ni fannifama; guyyaa sadaffaatti immoo ni kaafama’ jedhee tureetii.” See the chapter |