Luqaas 2:5 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 እንስ ካዽመሳ ማርያም እሼ ኡልፈ ቱርቴ ሰነ ወጅን ገልሜፈሙ ዸቄ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Kaadhima isaa Maariyaamii wajjin caafamuudhaaf dhaqe; isheen immoo ulfa turte*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Innis kaadhima isaa Maariyaam ishee ulfa turte sana wajjin galmeeffamuu dhaqe. See the chapter |