Luqaas 2:2 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ለኮብስ ሰባ ኩንስ በረ ቄሬኔዎስ ቡልቻ ብየ ሶርያ ቱሬት ዬሮ ጀልቀባቲፍ ታስፈሜ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Caafamuun namaa kun isa jalqabaa ture; innis bara Qereenewos Soriyaatti abbaa biyyaa turetti ta'e*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Lakkoobsi sabaa kunis bara Qereenewoos bulchaa biyya Sooriyaa turetti yeroo jalqabaatiif taasifame. See the chapter |