Online Bible

- Advertisements -




Luqaas 2:13 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

13 ኤርገማ ሰነ ወጅንስ ራያን ሰሚራ ባይኤን አኩመ ተሳ ሙልአተኒ ዋቀ ገለቴፈቻ አከነ ጄዸን፤

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

13 Achumaanis kutata ergamoota Waaqayyoo keessaa baay'een ergamicha kanaa wajjin turan*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

13 Ergamaa sana wajjinis raayyaan samii irraa baayʼeen akkuma tasaa mulʼatanii Waaqa galateeffachaa akkana jedhan;

See the chapter Copy




Luqaas 2:13

Follow us:

Advertisements


Advertisements