Luqaas 1:76 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ76 “ያ ሙጫኮ፣ አት ራጂ ዋቀ ዋን ሁንዱማ ኦሊ ንጄዸምተ፤ አት ከራሳ ቆጴሱፍ ፉለ ጎፍታ ዱረ ንዴምታቲ፤ See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo76 Ati immoo yaa mucaa nana, raajii aabbaa in jedhamta; karaa isaa qopheessuudhaaf fuula gooftaa dura in adeemta*; See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa76 “Yaa mucaa ko, ati raajii Waaqa Waan Hundaa Olii ni jedhamta; ati karaa isaa qopheessuuf fuula Gooftaa dura ni deemtaatii; See the chapter |