Online Bible

- Advertisements -




Lallaba 2:9 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

9 ከናፉ አን አከ መሌ ጉደዼ ነመ አናን ዱረ ዬሩሳሌም ኬሰ ቱሬ ከምዩ ጫሌ። ዋን ከነ ሁንደ ኬሰት ኦጉማንኮ አኑመ ወጅን ቱሬ።

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

9 Warra ana dura Yerusaalem keessa jiraatan caalaas guddadheera, ogummaan koos anuma biratti hafe*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

9 Kanaafuu ani akka malee guddadhee nama anaan dura Yerusaalem keessa ture kam iyyuu caale. Waan kana hunda keessatti ogummaan koo anuma wajjin ture.

See the chapter Copy




Lallaba 2:9

Follow us:

Advertisements


Advertisements