Lallaba 2:8 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 አን ሜቲፊ ወርቄ፣ ቀቤኘ ሞቶታቲፊ ኩታወን ብያ ወልት ነንቀበዼ። አን ፋርፈቶተ ዺራፊ ዱበርቲ አከሱመስ ሳጀቶወን ነመ ገመቺሰን ሄዱ ቀበን ቱሬ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Meetii, warqee, badhaadhummaa mootonnii fi warri kutaa biyya garaa garaa bulchan qabaatanis walitti qabadheera; faarfatoota dhiiraa fi dubartii akkasumas saajjatoota ilmaan namootaa itti gammadan baay'een qaba*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Ani meetii fi warqee, qabeenya moototaatii fi kutaawwan biyyaa walitti nan qabadhe. Ani faarfattoota dhiiraa fi dubartii akkasumas saajjatoowwan nama gammachiisan hedduu qaban ture. See the chapter |