Lallaba 2:7 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 አን ገርቦተ ዺራፊ ዱበርቲ ነንብተዼ፤ ገርቦተ መነኮት ዸለተን ብራስ ነንቀባዼ፤ ነመ ናን ዱረ ዬሩሳሌም ኬሰ ጅራቴ ከምዩ ጫላስ ሎኒፊ ቡሻዬ ሄዱ ነንሆረዼ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Garboota dhiiraa fi dubartii nan bitadhe, garboonni manatti dhalatanis jiru; warra ana dura Yerusaalem keessa jiraatan caalaa saawwan baay'ee fi bushaayee baay'ee qabaadheera*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Ani garboota dhiiraa fi dubartii nan bitadhe; garboota mana kootti dhalatan biraas nan qabaadhe; nama naan dura Yerusaalem keessa jiraate kam iyyuu caalaas loonii fi bushaayee hedduu nan horadhe. See the chapter |