Lallaba 2:5 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 አን እዶ ብቅልቱቲፊ እዶ በሸነና ቆጴፈዼ ሙኬን እጀ ነቀተን ከኔን ጎሰ ሁንዳ አች ኬሰ ነንዻበዼ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 iddoo dhaabaa nan tolfadhe, mukkeetiis nan dhaabbadhe; mukkeetii ija garaa garaa godhatanis achi keessa nan dhaabe. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Ani iddoo biqiltuutii fi iddoo bashannanaa qopheeffadhee mukkeen ija naqatan kanneen gosa hundaa achi keessa nan dhaabadhe. See the chapter |