Lallaba 2:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 አን ሆጂ ጉዳ ነንሆጄዼ፦ መኔን እጃረዼ ወይኒስ ዻበዼ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Ani hojii koo nan bal'ifadhe; manneen nan ijaarradhe, mukkeetii wayniis nan dhaabbadhe; See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Ani hojii guddaa nan hojjedhe: Manneen ijaarradhee wayiniis dhaabadhe. See the chapter |