አቦቲ ሙርቲ 2:9 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 እሳንስ ለፈ ዻለሳ ትምናት ሄሬስ ከን ብየ ጋራ ኤፍሬምት ከራ ካበ ቱሉ ገኣሽት አርገምቱ ሰነት እሰ አዋለን። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Namoonnis Tiimnaat Heres lafa dhaala isaatii biyya gaaraa isa kan Efreem irraa isa tulluu Ga'aash irraa gara bitaatti argamu keessatti isa in awwaalan*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Isaanis lafa dhaala isaa Timnaat Herees kan biyya gaaraa Efreemitti karaa kaaba Tulluu Gaʼaashitti argamtu sanatti isa awwaalan. See the chapter |