አቦቲ ሙርቲ 2:7 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ኡመትን በረ ጅሬኘ እያሱ ጉቱፊ በረ ማንጉዶተ ኤርገ እን ዱኤ አስ ሀፈኒ ጅራተኒ ዋን ጉዳ ዋቀዮ እስራኤሊፍ ጎዼ አርገን ሱንስ ዋቀዮን ተጃጅለን። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Guutummaa bara Iyaasuu fi bara jaarsoliin warri isa booddee hafanii hojii guddaa Waaqayyo saba Israa'eliif godhe hundumaa argan jiraatanitti, sabni sun Waaqayyoof hojjechaa turan. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Uummanni bara jireenya Iyyaasuu guutuu fi bara maanguddoota erga inni duʼee as hafanii jiraatanii waan guddaa Waaqayyo Israaʼeliif godhe argan sunis Waaqayyoon tajaajilan. See the chapter |