አቦቲ ሙርቲ 2:5 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 እሳንስ እዶ ሰነ ቦኪም ጄዸኒ ዋመን። አችትስ ዋቀዮፍ ኣርሳ ዽኤሰን። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Maqaa iddoo sanaas <<Bokiim>> jedhanii in moggaasan [<<Bokiim>> jechuun <<Iddoo warra boo'anii>> jechuu dha]; iddoodhuma kanattis Waaqayyoof qalma in dhi'eessan. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 isaanis iddoo sana Bookiim jedhanii waaman. Achittis Waaqayyoof aarsaa dhiʼeessan. See the chapter |