አቦቲ ሙርቲ 2:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ዬሮ ኤርገማን ዋቀዮ ዋን ከነ እስራኤሎተ ሁንደት ዱበቴት ነሞትን ሰገሌሳኒ ኦል ፉዸተኒ ቦአን፤ See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Yeroo ergamaan Waaqayyoo Israa'eloota hundumaatti dubbii kana dubbatetti isaan sagalee isaanii ol kaasanii in boo'an. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Yeroo ergamaan Waaqayyoo waan kana Israaʼeloota hundatti dubbatetti namoonni sagalee isaanii ol fudhatanii booʼan; See the chapter |