Online Bible

- Advertisements -




Haagee 2:9 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

9 ‘ኡልፍን መነ አማ ኩን ኡልፍነ መነ ዱራ ሰና ንጫለ’ ጄዸ ዋቀዮ ዋን ሁንደ ደንደኡ። ‘አንስ እዶ ከነት ነጋ ነንኬነ’ ጄዸ ዋቀዮ ዋን ሁንደ ደንደኡ።”

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

9 <<Ulfinni mana isa ammaa kanaa ulfina mana isa durii irra in caala; ani iddoo kanatti nagaa nan kenna>> jedha Waaqayyo gooftaan maccaa, jedhiitii itti himi!>> jedhe; kana Waaqayyo gooftaa maccaatu dubbate*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

9 ‘Ulfinni mana ammaa kun ulfina mana duraa sanaa ni caala’ jedha Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu. ‘Anis iddoo kanatti nagaa nan kenna’ jedha Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu.”

See the chapter Copy




Haagee 2:9

Follow us:

Advertisements


Advertisements