Online Bible

- Advertisements -




Haagee 2:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

4 ያ ዘሩባቤል፣ ኤጋ አመ ጀባዹ’ ጄዸ ዋቀዮ። ‘ያ እያሱ እልመ ዬሆዛዳቅ ሉብቸ ኦል ኣና አትስ ጀባዹ። እስንስ ሰብን ብየ ከና ሁንድኑ ጀባዻቲ ሆጄዻ’ ጄዸ ዋቀዮ። ‘አን እስን ወጅነን ጅራቲ’ ጄዸ ዋቀዮ ዋን ሁንደ ደንደኡ።

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

4 Amma garuu yaa Zarubaabel, yaa Iyaasuu angafa lubaa ilma Yozaadaaq, jabaadhaa! Isin, sabni biyyicha keessa jirtan hundinuus ani isinii wajjinan jira, jabaadhaatii hojjedhaa!

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

4 Yaa Zarubaabel, egaa amma jabaadhu’ jedha Waaqayyo. ‘Yaa Iyyaasuu ilma Yehoozaadaaq lubicha ol aanaa atis jabaadhu. Isinis sabni biyya kanaa hundinuu jabaadhaatii hojjedhaa’ jedha Waaqayyo. ‘Ani isin wajjinan jiraatii’ jedha Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu.

See the chapter Copy




Haagee 2:4

Follow us:

Advertisements


Advertisements