Haagee 2:23 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ23 “ ‘ጉያ ሰነ’ ጄዸ ዋቀዮ ዋን ሁንደ ደንደኡ፤ ‘ያ ተጃጅላኮ ዘሩባቤል እልመ ሼአልቲኤል፣ አን ስን ፉዸዸ’ ጄዸ ዋቀዮ፤ ‘አን ዋነን ስፍለዼፍ አከ ቁቤላ ቻፓኮ ስን ጎዸዸ’ ጄዸ ዋቀዮ ዋን ሁንደ ደንደኡ።” See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo23 Guyyaa sanatti ani Waaqayyo gooftaan maccaa, si garbicha koo Zarubaabel ilma She'altii'el si fo'adhee akka amartii mallattoo kootii sin godhadha>> jedha>> jedhe; kana Waaqayyo gooftaatu dubbate*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa23 “ ‘Guyyaa sana’ jedha Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu; ‘Yaa tajaajilaa koo Zarubaabel ilma Sheʼaltiiʼeel, ani sin fudhadha’ jedha Waaqayyo; ‘Ani waanan si filadheef akka qubeelaa chaappaa koo sin godhadha’ jedha Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu.” See the chapter |