Online Bible

- Advertisements -




Haagee 2:13 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

13 ኤርገሲ ሃጌን አከነ ጄዼ፤ “ነምን ሬፈ ቱቄ ጡራኤ ቶኮ ዮ ወንቶተ ከኔን ኬሳ ቶኮ ቱቄ ወን ሱን ንጡራኣ?” ሉቦትን ሱንስ፣ “ኤዬ፣ ወን ሱን ንጡራአ” ጄዸኒ ዴብሰኒፍ።

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

13 Yommus Haageen,<<Namni reeffatti bu'e tokko, nyaata kana keessaa tokkotti yoo bu'e nyaatichi in xuraa'aa ree?>> jedhee in gaafate; luboonnis deebisanii,<<Eyyee, in xuraa'a!>> jedhan*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

13 Ergasii Haageen akkana jedhe; “Namni reeffa tuqee xuraaʼe tokko yoo wantoota kanneen keessaa tokko tuqe wanni sun ni xuraaʼaa?” Luboonni sunis, “Eeyyee, wanni sun ni xuraaʼa” jedhanii deebisaniif.

See the chapter Copy




Haagee 2:13

Follow us:

Advertisements


Advertisements