Haagee 2:10 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 ወጋ ለመፋ ቡልቺንሰ ዳርዮስ ኬሰ፣ ቡልቲ ድግደሚ አፉረፋ ጅአ ሰግለፋት፣ ዱቢን ዋቀዮ አከነ ጄዼ ገረ ሃጌ ራጅቻ ዹፌ፤ See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Daariyos mo'ee waggaa lammaffaatti, waggicha keessaa ji'a salgaffaatti, ji'icha keessaa guyyaa digdamii afuraffaatti, dubbiin Waaqayyoo ammas gara Haagee raajichaa dhufee*, See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Waggaa lammaffaa bulchiinsa Daariyoos keessa, bultii digdamii afuraffaa jiʼa saglaffaatti, dubbiin Waaqayyoo akkana jedhee gara Haagee raajichaa dhufe; See the chapter |