Faarfannaa 2:2 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ሞቶትን ለፋ ከአኒ፣ ቡልችቶትንስ ዋቀዮፊ መሲሂሳቲን ሞርሙፍ ወልት ቀበመን፤ See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Waaqayyoon, isa inni dibee moosiseenis mormuudhaaf, mootonni lafa irraa in ka'u, warri biyya seerratanis walii wajjin taa'anii in mari'atu*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Mootonni lafaa kaʼanii, bulchitoonnis Waaqayyoo fi Masiihii isaatiin mormuuf walitti qabaman; See the chapter |