Online Bible

- Advertisements -




Efesoon 6:8 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

8 ሰበቢንሳስ እስን አከ ጎፍታን ቶኮ ቶኮ ነማቲፍ ገርበስ ተኡ ዮካን ብርመዱ፣ ዋን ጋሪ እን ሆጄቱ ከሚፍዩ ገቲ ኬኑ ንቤክቱ።

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

8 Eenyu illee, garbichas ta'u birmaduus ta'u, hojii gaarii isa hojjeteef gooftaa biraa gatii isaa akka fudhatu beekaa*!

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

8 sababiin isaas isin akka Gooftaan tokkoo tokkoo namaatiif garbas taʼu yookaan birmaduu, waan gaarii inni hojjetu kamiif iyyuu gatii kennu ni beektu.

See the chapter Copy




Efesoon 6:8

Follow us:

Advertisements


Advertisements