Efesoon 6:7 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 አከ ዋን ነመ ተጃጅልተኒት ኡቱ ህንተእን አከ ዋን ጎፍታ ተጃጅልተኒት ገራ ጉቱን ሆጄዻ፤ See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Akka waan namaaf hojjettaniitti utuu hin ta'in, akka waan gooftaadhaaf hojjettaniitti gammachuudhaan hojjedhaa! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Akka waan nama tajaajiltaniitti utuu hin taʼin akka waan Gooftaa tajaajiltaniitti garaa guutuun hojjedhaa; See the chapter |