Efesoon 6:5 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ያ ገርቦተ፣ አኩመ ክርስቶሲፍ አጀጀምተንት ከበጃፊ ሶዳዻን፣ ገራ ቁልቁሉንስ ጎፍቶተኬሰን ወረ አዱኛ ከናቲፍ አጀጀማ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Isin warri garbummaa jala jirtan! Biyya lafaa kana irratti warra isin hojjechiifataniif sodaadhaa fi rom'aan, akka waan Kristosiif hojjettaniitti garaa qulqulluudhaan abboomamaaf*! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Yaa garboota, akkuma Kiristoosiif ajajamtanitti kabajaa fi sodaadhaan, garaa qulqulluunis gooftota keessan warra addunyaa kanaatiif ajajamaa. See the chapter |