Efesoon 6:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ያ አቦቲ፣ እስንስ እጆሌኬሰን በርሲሳፊ ጎርሰ ጎፍታቲን ጉድሳ መሌ ህንኣርስና። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Isin immoo abboota nana! Adabaa fi barsiisa gooftaatiin ijoollee keessan guddisaa malee, isaan aarsuudhaaf isaan hin tuttuqinaa*! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Yaa abbootii, isinis ijoollee keessan barsiisaa fi gorsa Gooftaatiin guddisaa malee hin aarsinaa. See the chapter |