Online Bible

- Advertisements -




Efesoon 5:25 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

25 ያ ዽርሶተ፣ አኩመ ክርስቶስ ወልዳ ክርስታና ጃለቴ እሼፍ ኦፍ ኬኔ ሰነ እስንስ ኒቶተኬሰን ጃለዻ፤

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

25 Kristos akkuma waldaa kristiiyaanaa jaallate, waldaadhaafis dabarsee of kenne, akkasuma abbaan manaas haadha manaa isaa haa jaallatu*!

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

25 Yaa dhirsoota, akkuma Kiristoos waldaa kiristaanaa jaallatee isheef of kenne sana isinis niitota keessan jaalladhaa;

See the chapter Copy




Efesoon 5:25

Follow us:

Advertisements


Advertisements