Online Bible

- Advertisements -




Efesoon 5:2 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

2 አኩመ ክርስቶስ ኑ ጃለቴ ኑፍስ ጄዼ አከ ኣርሳፊ ቀልመ ኡርጋኡት ዋቃፍ ኦፍ ኬኔ ሰነ እስንስ ጃለላን ዴዴብኣ።

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

2 Kristos akkuma nu jaallate, isinis immoo jaalalatti jiraadhaa! Inni aarsaa fooliin isaa tolu, qalma Waaqayyoof dhi'aatus godhee nuuf jedhee dabarsee of kenneera*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

2 akkuma Kiristoos nu jaallatee nuufis jedhee akka aarsaa fi qalma urgaaʼuutti Waaqaaf of kenne sana isinis jaalalaan deddeebiʼaa.

See the chapter Copy




Efesoon 5:2

Follow us:

Advertisements


Advertisements