Online Bible

- Advertisements -




Efesoon 5:18 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

18 ዳዺ ወይኒቲን ህንመቻእና፤ ኩን ጅሬኘ ገድ ዺሲት ጌሳቲ። ቆደ ከና ሀፉራን ጉተማ፤

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

18 Dhugaatiidhaan machooftanii of hin wallaalinaa, isaanis of hin balleessinaa! Qooda kanaa hafuura qulqulluudhaan guutamaa*!

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

18 Daadhii wayiniitiin hin machaaʼinaa; kun jireenya gad dhiisiitti geessaatii. Qooda kanaa Hafuuraan guutamaa;

See the chapter Copy




Efesoon 5:18

Follow us:

Advertisements


Advertisements