Online Bible

- Advertisements -




Efesoon 5:14 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

14 ከናፍስ፣ “አት ያ እሰ ረፍቱ፣ ደመቅ፤ ወረ ዱአን ኬሳስ ከእ፤ ክርስቶስ ሲፍ እብሳቲ” ጄዸሜረ።

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

14 wanti bakkeetti baafamu hundinuu ifaa dha. Kanaaf, ?Ati yaa isa raftuu, dammaqi! Warra du'an keessaa ka'i, Kristos siif in ibsa? jedhame*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

14 kanaafis, “Ati yaa isa raftu, dammaqi; warra duʼan keessaas kaʼi; Kiristoos siif ibsaatii” jedhameera.

See the chapter Copy




Efesoon 5:14

Follow us:

Advertisements


Advertisements