Efesoon 5:11 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 ሆጂ ዱከና ከን እጀ ህንቀብኔ ሳጥላ መሌ እረት ህንህርማትና። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 Hojii dukkanaa, isa wanti dhimma baasu keessaa hin baane, bakkeetti baasaa malee, ittii hin hirmatinaa*! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 Hojii dukkanaa kan ija hin qabne saaxilaa malee irratti hin hirmaatinaa. See the chapter |