Efesoon 4:8 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 ከናፉ፣ “እን ዮሙ ኦል ጉባ በኤት፣ ቦጁ ቦጅኤ፤ ነሞታፍስ ኬና ኬኔ” ጄዸ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Kanaaf caaffanni qulqullaa'aan, ?Inni gara waaqaatti yeroo ol ba'e, boojuu booji'ee dhaqee, namootaafis kennaa kenne? in jedha*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Kanaafuu, “Inni yommuu ol gubbaa baʼetti, boojuu boojiʼe; namootaafis kennaa kenne” jedha. See the chapter |