Efesoon 4:32 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ32 አኩመ ዋቅን ከራ ክርስቶሲን ዺፈመ እስኒ ጎዼ ሰነ፣ እስንስ ዺፈመ ወሊ ጎዻ፤ ወሊ ነኣ፤ ገራስ ወሊ ላፋ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo32 Walitti kan toltan, garaas kan waliif laaftan ta'aa; akkuma Waaqayyo karaa Kristos cubbuu keessan isiniif dhiise, isinis akkasuma waliif dhiisaa*! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa32 Akkuma Waaqni karaa Kiristoosiin dhiifama isinii godhe sana, isinis dhiifama walii godhaa; walii naʼaa; garaas walii laafaa. See the chapter |