Efesoon 4:22 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ22 ሃለ ጅሬኘኬሰን ከን ዱሪ፣ ኤኙማኬሰን ሞፋ ሀዊ ጎዎምሳሳቲን ጡራኤ ሰነ ዸበምሲሳ፤ See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo22 Yaada namummaa moofaa isa dur itti jiraachaa turtan, isa kajeellaa nama gowwoomsuun manca'e of keessaa baasaa*! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa22 Haala jireenya keessan kan durii, eenyummaa keessan moofaa hawwii gowwoomsaa isaatiin xuraaʼe sana dhabamsiisaa; See the chapter |