Efesoon 4:19 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ19 እሳንስ ዋን ቀልቢንሳኒ ሀዶዴፍ ሀመ ጡራኡማ ጎሰ ሁንዳ ኬሰ ገለንት ሰሰቱማን ጉተመን። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo19 Isaan of qabuu dadhabanii jireenya gad-dhiisiitti of kennaniiru; wanta nama xureessu hundumaa in hojjetu, in ga'as hin jedhan*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa19 Isaanis waan qalbiin isaanii hadoodeef hamma xuraaʼummaa gosa hundaa keessa galanitti sassattummaan guutaman. See the chapter |