Efesoon 4:12 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 ዋን ከነስ አከ ዸግን ክርስቶስ እጃረሙፍ ቁልቁሎተ ሆጂ ተጃጅላቲፍ ቆጴሱፍ ጄዼ ጎዼ፤ See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 Inni warra Waaqayyoof qulqullaa'an, hojii isa itti ergaman sanaaf qopheessuudhaaf, [waldaa isa] dhagna Kristos sanas cimsuudhaaf kana godhe*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 waan kanas akka dhagni Kiristoos ijaaramuuf qulqulloota hojii tajaajilaatiif qopheessuuf jedhee godhe; See the chapter |