Efesoon 3:8 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 አን ቁልቁሎተ ሁንዳ ገድ ተኡዩ አከ በዻዹማ ክርስቶስ ከን ቆረሜ ብረ ህንገአምኔ ሰነ ነሞተ ኦርማት ለለቡፍ አያን ኩን ናፍ ኬነሜረ፤ See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Ani warra Waaqayyoof qulqullaa'an hundumaa irra nan xinnaadha; haa ta'u iyyuu malee, badhaadhummaa Kristos isa bira ga'uun hin danda'amne, saba Waaqayyoo warra hin ta'initti misraachoo akkan lallabuuf ayyaanni kun anaaf kennameera*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Ani qulqulloota hundaa gad taʼu iyyuu akka badhaadhummaa Kiristoos kan qoramee bira hin gaʼamne sana Namoota Ormaatti lallabuuf ayyaanni kun naa kennameera; See the chapter |