Online Bible

- Advertisements -




Efesoon 2:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

4 ገሩ ዋቅን አራራን ጉተሜ ሱን ሰበቢ ጃለለ ጉዳ ኑ ቀቡፍ፣

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

4 Araarri Waaqayyoo garuu baay'ee waan ta'eef, jaalala isaa isa guddaa sanaan nu jaallate*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

4 Garuu Waaqni araaraan guutame sun sababii jaalala guddaa nuu qabuuf,

See the chapter Copy




Efesoon 2:4

Follow us:

Advertisements


Advertisements